Office 24.2 Help
Madda yaadannoo teessoo Mozilla / Netscape 6.x kan Office keessatti akka yaadannoo teessootti tajaajilu irraa gabatee ifteessa.
Gabateewwan danaa fayyadamaa jalqabaa madda deetaa marti Office keessatti galmeeffamu. Qajojii Office keessatti tokko akka gabateetti dirqama ifteessuu qabda.
Gabatee qajojii Office'tiif akka yaadannoo teessootti tajaajilu ifteessa.
Gulaalii - Waljala jijjiirraa Kuusdeetaa filachuudhaan, sa'aa murtaa'e booda, qajojiilee fi galmeewwan irratti jijjiirama raawwachuu ni dandeessa.